Sarara Odeeffannoo COVID-19 kan Naannoo: 1-800-525-0127, tti bilbiluudhaan # tuqaa. Deeggarsi tajaajila afaanii jira.
- 6 a.m. hanga 10 p.m. Wiixata
- 6 a.m. hanga 6 p.m. Kibxataa hanga Dilbataa, fi guyyaa ayyaanota waggaa (Ingiliffa qofa)
Hubadhaa: Giddu galli bilbilaa bu’aa qorannoo COVID-19 argachuu hin danda’u. Waa’ee qorannoo taasisuu yookin bu’aa qorannootif, dhiyeessaa waldhaansa fayyaa (doktara) keessan qunnamaa.
Bakka jirtanitti kamittuu odeeffannoo fi jijjiirama (updates) jiru akka isin qaqqabuuf jecha “Coronavirus” jedhu barreessun 211211 tti barreesssaa. Odeeffannoo sadarkaa kaawuntiitti jiru, qabeenyaalee (resources) maatiwaaniif, biizinasiidhaf, barattootaf fi kanneen birootif dabalatee waa’ee COVID-19 odeeffannoo waktaawaa kan ittiin argattan, qunnamsiistuu (link) isin qaqqaba.
Bakka talaallii naannoo keessanitti argamu argachuuf, Ziip koodii keessan 438-829 (GET VAX) tti ergaa.