The Washington State Department of Health (Muummee Fayyaa Isteeta Waashingtan) taatee ijoo (Ingliffa qofaan) fi Eeyyama Eegumsa fayyaa Kennuu (Ingliffa qofaan) tif tajaajila maamilaa fooyya'aa qaaman kennamu kennuu eegaluu isaatif ni gammada. Maaloo hubadhaa: Tajaajiloonni qaaman kennaman itti gaafatamummaan Isteetaa babal'achaa fi sirreeffamaa yeroo deemu jijjiiramuu malu.
Fayyaa hawaasaa ilaalchisee gaaffii walii galaa ykn xalayaa bakka itti ergitan ilaalchisee gaaffii yoo qabaattan
- 360-236-4501 ykn
- 800-525-0127
- Imeelii
Gaaffiiwwan eyyama baasuu, haaromsuu ykn komiin wal qabatan
- Karaa toora irraa: Health Systems Quality Assurance Call Center (Wiirtuuwwan Bilbila Mirkaneessa Qulqullina Sirna Fayyaa) (Afaan Ingiliffaatin)
- Bilbila: 360-236-4700
Waraqaa ragaa Dhalootaa, Du’aa ykn Gaa’elaa ajajuu
- Akkaataa waraqaawwan ragaa itti ajajan (Afaan Ingiliffaatin)
- Bilbila: 360-236-4300
- Toora irraan: marsaaratii kana fayyadamuun ajaji www.vitalchek.com (Afaan Ingiliffaatin)
Sagantaawwaniii fi Tajaajiloota Departement of Health
- Qajeelcha Qunnamtii (Afaan Ingiliffaatin)
Fayyadamtoota TTY
- Tajaajila Washington Relay tiif 711 irratti bilbilaa
Tajaajilli gargaarsa afaanii jira (kaffaltii irraa bilisa)
Bilbila: 1-800-525-0127
Duubdeebii Department Of Health (DOH, Qajeelcha Fayyaa) | iddoowwanii fi sa'aatiiwwan hojii (Afaan Ingiliffaatin)